Biblia Todo Logo
Bib sou entènèt

- Piblisite -




Wongeela Maatewos 16:12 - Waadaa Haarawa

12 Barattoonni'llee, Yesus ufi eeggadhaa ka isaaniin jedhe, barsiisa worra Farisootaatii fi Saduqootaa irraayyi malee, shiishaa buddeenaa irraa akka hin ta'in ni hubatan.

Gade chapit la Kopi

WAADAA LAMMATAA

12 Achiin maayessa isaan, Barumsa Fariisotaatii fi Saduqootaa malee, xoroshoo raacitii irraa akka uf eeggattan akka isaaniin hin jenne hennaa san qaabatan.

Gade chapit la Kopi

Kitaaba Woyyuu

12 Achiin maayessa isaan barumsa Fariisotaatii fi Saduuqootaa malee xoroshoo raacitii irraa akka uf eeggattan akka isaaniin hin jenne hennaa san qaabatan.

Gade chapit la Kopi




Wongeela Maatewos 16:12
7 Referans Kwoze  

Kanaaf qulqullaayoma keessan ka barsiisota seeraatii fi qulqullaayoma worra Fariisotaa yoo hin caalin, gonkumaa gara Mootummaa sami'ii titti akka hin aseenne isinitti ni hima.


Saduuqoonni, «Du'aa ka'iinssi hin jiru, maleyikkoonni'llee hin jiran, hafuurri'llee hin jiru» yoo jedhan, Farisoonni garuu, «Kunniin marrinuu ni jiran» jedhanii ni amanan.


Garuu Yohaannis Fariisotaa fi Saduuqoota keessaa baay'een isaanii cuuphamu'uuf gara isaa yoo dhufan yeroo argetti, akkana isaaniin jedhe, «Isin ijoollee boofaa nana! Dheekkamissa dhufuu jalaa akka baataniif eennutu ufi isin eeggachiise?


Eegaa ‹shiishaa Fariisotaatii fi Saduqootaa irraa ufi eeggadhaa!› jedhee isinitti yoo dubbadhu, waayee buddeenaa akka hin ta'in attamitti hin hubanne?»


Eegaa ufi dhaaduun keessan misha'aa miti, shiishaan diqqoon miciqaa mara akkuma bukeessuun ni beekkittanii mitii ree?


Swiv nou:

Piblisite


Piblisite