Wongeela Maatewos 16:11 - Waadaa Haarawa11 Eegaa ‹shiishaa Fariisotaatii fi Saduqootaa irraa ufi eeggadhaa!› jedhee isinitti yoo dubbadhu, waayee buddeenaa akka hin ta'in attamitti hin hubanne?» Gade chapit laWAADAA LAMMATAA11 raacitii Fariisotaatii fi Saduqootaa irraa akka uf eeggattan ka jedhe waan xoroshoo attamii akka ta'e attamitti hin hubanne? Gade chapit laKitaaba Woyyuu11 raacitii Fariisotaatii fi Saduuqootaa irraa akka uf eeggattan ka jedhe waan xoroshoo attamii akka ta'e attamitti hin hubanne?» Gade chapit la |
Yeroo sanitti namoonni kuma baayi'e'etti lakkaayaman wol ni gayan, baayi'inna isaanii irraa'llee ka ka'een ufii isaaniitii wol hacuuca'aa wol dhidhiitan ture, Yesus'llee durssee barattoota isaatiin akkana jechuu jala ni qabe, «Shiishaa worra Farisotaa jechu'uun'llee, fakkeessitummaa isaanii irraa ufi eeggadhaa jechu'u.