Biblia Todo Logo
Bib sou entènèt

- Piblisite -




Wongeela Maatewos 15:4 - Waadaa Haarawa

4 Waaqinni, ‹abbaa keetii fi haadhaa kee'llee kabaji, abbaa yookiin haadha isaa irratti dubbii arrabaa ka dubbate du'aan ni adabama› jedhee, ajajee jira.

Gade chapit la Kopi

WAADAA LAMMATAA

4 Rabbi, ‹Abbaa keetii fi haadha tee kabajji!› akkasuma, ‹Namni abbaa ufii yookiin haadha ufii arrabsu horomaa du'uu barbaachisa qaba!› jedhee seere.

Gade chapit la Kopi

Kitaaba Woyyuu

4 Rabbi, ‹Abbaa keetii fi haadha tee kabajji!› akkasuma, ‹Namni abbaa ufii yookaan haadha ufii arrabsu horomaa du'uu barbaachisa!› jedhee seere.

Gade chapit la Kopi




Wongeela Maatewos 15:4
18 Referans Kwoze  

Abbaa keetii fi haadhaa kee'llee kabaji, ollaa kee akka mataa keetii taasisiitii jaaladhu, ajajoota jedhan» jedheen.


Yaa ijoolle! Waan barbaachisaa waan ta'eef maqaa Goofta'aatiin, maatii keessaniif ajajamaa.


Eegaa waayee amanti'iitiin seera ni diiginna jechu'uu ree? Miti, gonkumaa seera jabeessinee ni qabanna.


Yeroo sanitti Yesus, «Gooftaa Waaqa keetiif sagadi, isuma qofa'llee Waaqeffadhu! jedhamee barreeffamee jiraatii, ati sheexanni narraa fagaadhu!» jedheen.


Yesus'llee akkana jechu'uun isaanii ni deebisee, «Isin aadaa teessan jabeessu'uuf jettanii, ajaja Waaqaa maali'iif diigiddan?


Isin garuu, naminni tokko abbaa isaa yookiin haadha isaatiin, ‹gargaarssa ana irraa ni arggattan ture Waaqaaf kennaa taasisee dhiyeessee jira› yoo isaaniin jedhe,


Swiv nou:

Piblisite


Piblisite