Biblia Todo Logo
Bib sou entènèt

- Piblisite -




Wongeela Maatewos 15:3 - Waadaa Haarawa

3 Yesus'llee akkana jechu'uun isaanii ni deebisee, «Isin aadaa teessan jabeessu'uuf jettanii, ajaja Waaqaa maali'iif diigiddan?

Gade chapit la Kopi

WAADAA LAMMATAA

3 Yesuus deebisee akkana isaaniin jedhe, «Isin aadaa keessaniif jettanii, maaf seera Rabbii kabajjuu diddan?

Gade chapit la Kopi

Kitaaba Woyyuu

3 Yesuus deebisee akkana isaaniin jedhe, «Isin aadaa keessaniif jettanii maaf seera Rabbii kabajjuu diddan?

Gade chapit la Kopi




Wongeela Maatewos 15:3
8 Referans Kwoze  

Ajajoonni kunniin waaqeffannaa fedhii mataa isaa irraa burqqee fi mataa gad qabata tasaatiin qaama'llee hiyyoomissuu irratti waan xiyyeeffataniif waan ogommaa qaban ni fakkaatan ta'a, garuu karaa miira foonii toowachu'uutiin gati dhabeeyyi'i.


Kristosiin irratti ka hunddeeffame uduu hin ta'in aadaa naminni baasee fi seera biyya lafaa irratti hundaaye falaasafamaa tasaatiin, eennu'llee akka isin hin qabnneef ufi eeggadhaa.


Haala kanaan'llee aadaa keessan eegu'uuf jettanii, dubbii Waaqaa ni diigiddan. Akkuma kana wonittoota kana fakkaatan waan baayi'ee ni raawwattan.»


Mammaakissa Yihudotaa akka hin horddofinnee fi ajaja namoota dhuga'aan mormmanii akka hin horddofinneef, ciminnaan isaanitti baanadhu.


«Barattoonni kee maali'iif aadaa jaarsotaa diigan? Kunoo! Nyaata yeroo nyaatan harka isaanii uduu hin miicatin nyaatan!»


Waaqinni, ‹abbaa keetii fi haadhaa kee'llee kabaji, abbaa yookiin haadha isaa irratti dubbii arrabaa ka dubbate du'aan ni adabama› jedhee, ajajee jira.


Swiv nou:

Piblisite


Piblisite