Wongeela Maatewos 15:2 - Waadaa Haarawa2 «Barattoonni kee maali'iif aadaa jaarsotaa diigan? Kunoo! Nyaata yeroo nyaatan harka isaanii uduu hin miicatin nyaatan!» Gade chapit laWAADAA LAMMATAA2 «Darasoonni kee maaf aadaa manguddootaa hin kabajjine? isaan hennaa xoroshoo nyaatan harka ufii hin dhiqatan!» jedhaniin. Gade chapit laKitaaba Woyyuu2 «Darasoonni kee maaf aadaa manguddootaa hin kabajjine? isaan hennaa xoroshoo nyaatan harka ufii hin dhiqatan!» jedhaniin. Gade chapit la |