Wongeela Maatewos 15:1 - Waadaa Haarawa1 Kanaan duubatti, Farisonni Yerusaalemii dhufanii fi barsiisonni seeraa gara Yesusii dhiyaatanii akkana jechu'uun ni gaafataniin, Gade chapit laWAADAA LAMMATAA1 Achiin maayessa Fariisotaa fi barsiisonni Seera Muuse'ee Yeruusaaleemii gara Yesuusii dhiyaatanii, Gade chapit laKitaaba Woyyuu1 Achiin maayessa Fariisotaa fi barsiisonni Seera Muuse'ee Yerusaalemii gara Yesuusii dhiyaatanii, Gade chapit la |
Guyyaa tokko Yesus uduma barsiisa'aa jiru worri Farisootaatii fi barsiisonni seeraa'llee isa bira ta'anii jiran ture, isaan'llee Galiila'aatii fi gandoota Yihuda'aa maraa, akkuma kana magaalaa Yerusaalemiitii'llee ka dhufan ni jiran ture. Yesus dhukkubsatoota ka ittiin fayyisu humnniti Goofta'aa, isaan woliin ni jira ture.