Wongeela Maatewos 14:3 - Waadaa Haarawa3 Heerodis'llee Yohaanisiin qabssiisee mana hidha'aa titti hisiseenii jira ture, kana'llee ka raawwate haadha worraa obboleesa isaa Filiphosii ka turtte, sababa Heerodiyaada'aatiin. Gade chapit laWAADAA LAMMATAA3 Heroodis sababaa Heroodiyaadaa haadha manaa obboleessa ufii ta Filiphoosiitiif jedhee, Yohaannisiin qabsiisee mana hidha'aatitti hiisisee ture. Gade chapit laKitaaba Woyyuu3 Heroodis sababaa Heroodiyaadaa haadha manaa obboleessa ufii ta Filiphoosiitiif jedhee Yohaannisiin qabsiisee mana hidha'aatitti hiisisee ture. Gade chapit la |
Nugufnni Rooma'aa Xibaariyos nugusa ta'ee woggaa kudha shanaffaa titti, pheenxenaawichi philaaxos bulichaa arddii Yihuda'aa ni ture, Heerodis bulichaa biyya Galiila'aa ni ture, akkuma kana obboleessi isaa Filiphoos bulichaa biyya Ixuriyaasii fi xiraakonidoos, Liisanyoosii fi bulichaa Abileene'ee ni turan,