Biblia Todo Logo
Bib sou entènèt

- Piblisite -




Wongeela Maatewos 14:1 - Waadaa Haarawa

1 Yeroo sanitti bulchaan kutaa biyya Galiila'aa ka ture Heerodis, waayee gurroo Yesusii ni dhagaye.

Gade chapit la Kopi

WAADAA LAMMATAA

1 Bara san bulchaan kutaa arfaffa'aa Heroodis seenaa Yesuusii dhagayee,

Gade chapit la Kopi

Kitaaba Woyyuu

1 Bara san bulchaan kutaa arfeesso'oo Heroodis seenaa Yesuusii dhagayee,

Gade chapit la Kopi




Wongeela Maatewos 14:1
15 Referans Kwoze  

Nugufnni Rooma'aa Xibaariyos nugusa ta'ee woggaa kudha shanaffaa titti, pheenxenaawichi philaaxos bulichaa arddii Yihuda'aa ni ture, Heerodis bulichaa biyya Galiila'aa ni ture, akkuma kana obboleessi isaa Filiphoos bulichaa biyya Ixuriyaasii fi xiraakonidoos, Liisanyoosii fi bulichaa Abileene'ee ni turan,


Dugamaanuu Heerodisii fi Pheenxanaawichi Philaaxos, ummataa Waaqa dhugaa titti hin amannee fi ummata Israa'eelii woliin magaalaa kanatti wol gayanii, Masihicha ka taasiseen tajaajilaa Qulqullu'uun, Yesusiin irratti ni ka'an,


Yesus'llee, «Shiishaa Fariisotaatii fi Heerodisii irraa ufi eeggadhaa!» jedhee, isaan ni ajaje.


Akkuma kanaan Heerodis'llee balleessaa woyiituu waan itti hin argatiniif gara keenna deebisee ergeenii jira, eegaa naminni kun waan du'aan isa gayaa womaayyuu hin raawwanne.


Bara sanitti nugufnni Heerodis namoota woldayaa amanti'ii tokko tokko ari'uu jala ni qabe,


Bulchaa Galiila'aa Heerodis garuu, haadha worraa obboleessa isaa Filiphosii Heerodiyaasiin fuudhuu isaatii fi ka bira'aa'llee waan hamaa baayi'ee raawwachuu isaatiin, itti ni baanate.


Gurroon waan kanaa'llee biyya san mara keessatti ni dhagayame.


Isaan garuu deemanii, biyya san maratti waayee gurroo Yesusii ni odeessan.


Amanuu dhabuu isaaniitiin'llee Yesus bakka sanitti, waan baasaa baayi'ee hin taasfnne.


Ajajaa mana Heerodisii ka ture haadha worraa Kuuza'aa Yohannaan, Soosinna'aa fi tuunniin'llee baayi'eewwan ni turan, dubarttoonni tunniin Yesusii fi barattoota isaa, qarshi'iin isaaniitiin ni tajaajilan turan.


Woldaya amantiii ta Anxokiyaa jirttutti nabiyyoota jedhamanii ka waamaman wongeela lallabddootaa fi barsiisonni ni jiran turan, isaan'llee, Baarnaabaas, gurraacha ka jedhame Simooniin, Luukiyosii Qareena'aa, bulichaa kutaa bara arfaffa'aa woliin guddate Heerodisii ka turan Maanaahee fi Saa'olii'llee ni turan.


Swiv nou:

Piblisite


Piblisite