Biblia Todo Logo
Bib sou entènèt

- Piblisite -




Wongeela Maatewos 13:8 - Waadaa Haarawa

8 Sanyiin bira'aa'llee lafa mishaa irratti bu'ee biqileeti, firii baayi'ee ni daraare, tokko dhibba, tokko jahaatama, tokko'llee firii soddomaa ni kenne.

Gade chapit la Kopi

WAADAA LAMMATAA

8 Sanyiin kuun lafa mishaa irra bu'e, gariin dhibba, gariin jahaatama, gariin gumaa soddoma daraare.

Gade chapit la Kopi

Kitaaba Woyyuu

8 Sanyiin kuun lafa mishaa irra bu'e; gariin dhibba, gariin jahaatama, gariin gumaa soddoma daraare.

Gade chapit la Kopi




Wongeela Maatewos 13:8
11 Referans Kwoze  

Lafa mishaa irra sanyiin bu'e ka muldhisu garuu, onnee misha'aa fi qalbbii qajeelttu'uun dubbii dhagayanii worra eegan, isaan'llee worra dubbi'iin jabaatanii, firii daraaran.»


Sanyiin lafa mishaa irratti facaafame ka muldhisu, waayee nama dubbii isaa dhagayee hubanna'aan fudhatuuti, inni'llee firii ni daraara, tokko dhibba, tokko jahaatama, tokko firii soddomaa» ni kenna.


Firii baayi'ee yoo daraarttan kanaan Abbaan kiyya ni ulffaata, isin'llee barattoota kiyya ta'uu keessan ni muldhifttan.


Jireenna keessan ka bifa kanaatiin Yesus Kristosiin irraa ka argamu firii qulqullaayinnaatiin ka guuttame ta'ee, ulfinnaa Waaqaatii fi galata, worra argamisiifttan ni taatan.


Ana keessa yookiin amala foonayaa anaa keessa wonitti mishaan woyiituu akka hin jirre ni beeka, waan mishaa raawwachu'uu fedhii yoma qabaadhe'llee, waan mishaa raawwachu'uuf danddeettii hin qabu.


Sanyiin bira'aa'llee lafa ximirroo qore'ee jidduu ni bu'e, qoreen ximmirroon'llee guddateeti, biqillittuu sanyi'ii hudhee ni hanbiseen.


Sanyiin bira'aa lafa mishaa irratti bu'ee ni baye, biqilli isaa'llee guddatee firii ni kenne, tokko soddoma, tokko jahaatama, tokko'llee dhibba ni daraare.»


Lafa mishaa irratti ka facaafame garuu ka muldhisu, waayee namoota dubbii Waaqaa dhagayanii hubanna'aan fudhataniiti. Ka akkanaa kun tokko soddoma, tokko jahaatama, tokko'llee firii dhibba, ni daraara.»


Sanyiin bira'aa garuu lafa mishaa irra bu'ee ni baye, biqilli'llee guddatee tokko tokkoon isaanii dachaa dhibbaa ni daraare.» Itti aansee'llee Yesus, «Ka gurra dhagayu qabu haa dhagayu!» ni jedhe.


Swiv nou:

Piblisite


Piblisite