Wongeela Maatewos 13:6 - Waadaa Haarawa6 Haa ta'u malee yeroo aduun baatetti ni qaamaye, hidda waan hin qabneef'llee ni goge. Gade chapit laWAADAA LAMMATAA6 Hennaa aduun itti baate ammoo qoortee; Hidda gad fagaate waan hin qabneef godde. Gade chapit laKitaaba Woyyuu6 Hennaa aduun itti baate ammo qoortee hidda gad fagaate waan hin qabneef godde. Gade chapit la |