Biblia Todo Logo
Bib sou entènèt

- Piblisite -




Wongeela Maatewos 13:5 - Waadaa Haarawa

5 Sanyiin bira'aa bakka biyyeen baayi'een hin jirre, lafa dhaga'aa irra ni bu'e, laftti'llee biyyeen baayi'een waan irra hin jirreef gad fageenna hin qabu ture, kanaaf sanyiin bakkumatti ni baye.

Gade chapit la Kopi

WAADAA LAMMATAA

5 Sanyiin kuun lafa dhaga'aa ka biyyee guddaa hin qabne irra bu'e; Biyyee gayaa waan hin qabneef yoma san mute.

Gade chapit la Kopi

Kitaaba Woyyuu

5 Sanyiin kuun lafa dhaga'aa ka biyyee guddaa hin qabne irra bu'e; Biyyee gayaa waan hin qabneef yoma san mute.

Gade chapit la Kopi




Wongeela Maatewos 13:5
9 Referans Kwoze  

lafa dhaga'aa irratti sanyiin facaafame ka muldhisu, waayee nama dubbii isaa dhagayee bakkumatti, gammachu'uun fudhatuuti.


Yoo facaasutti'llee sanyiin tokko tokko karaa biratti bu'eeti, sinbirroonni dhufanii ni nyaatan.


Haa ta'u malee yeroo aduun baatetti ni qaamaye, hidda waan hin qabneef'llee ni goge.


Sanyi'iin bira'aa bakka biyyeen baayi'een hin jirre lafa dhaga'aa irra ni bu'e, bakki'llee biyyee baayi'ee waan hin qabnneef, bakkumatti ni baye.


Akkuma kana lafa dhaga'aa irratti ka facaafame ka muldhisu, waayee worra dubbii yoo dhagayan bakkumatti gammachu'uun fudhataniiti.


Swiv nou:

Piblisite


Piblisite