Biblia Todo Logo
Bib sou entènèt

- Piblisite -




Wongeela Maatewos 13:4 - Waadaa Haarawa

4 Yoo facaasutti'llee sanyiin tokko tokko karaa biratti bu'eeti, sinbirroonni dhufanii ni nyaatan.

Gade chapit la Kopi

WAADAA LAMMATAA

4 Innillee uduu facaasu, sanyiin gariin karaa keessa bu'e. Simbirroonnillee dhufanii qocatanii nyaatan.

Gade chapit la Kopi

Kitaaba Woyyuu

4 Inni uduu facaasu sanyiin gariin karaa keessa bu'e. Simbirroonnillee dhufanii qocatanii nyaatan.

Gade chapit la Kopi




Wongeela Maatewos 13:4
6 Referans Kwoze  

Saniin duubatti'llee wonittoota baayi'ee fakkeennaan akkana jedha'aa, isaanitti himuu jala ni qabe, «Kunoo! Qotee bulaan tokko sanyii facaasu'uuf ni baye.


Sanyiin bira'aa bakka biyyeen baayi'een hin jirre, lafa dhaga'aa irra ni bu'e, laftti'llee biyyeen baayi'een waan irra hin jirreef gad fageenna hin qabu ture, kanaaf sanyiin bakkumatti ni baye.


facaasa'aa uduu jiru'llee sanyiin tokko karaa biratti ni bu'e, sinbirroonni'llee dhufanii ni nyaatan.


«Qotee bulaan tokko sanyii facaasu'uuf ni baye, yoo facaasu'llee sanyiin tokko tokko karaa biratti bu'eeti ni dhiitame, sinbirroonni'llee ni nyaataniin.


Yesus gara Iyaariko'oo yeroo dhiyaatetti jaamaan tokko kennaa kadhachu'uuf karaa bira taa'ee jira ture,


Swiv nou:

Piblisite


Piblisite