Biblia Todo Logo
Bib sou entènèt

- Piblisite -




Wongeela Maatewos 13:16 - Waadaa Haarawa

16 «Keessan garuu ijji waan laalanii fi gurri keessan'llee waan dhagayuuf, ka eebbifaman.»

Gade chapit la Kopi

WAADAA LAMMATAA

16 Ijji teessan ammoo waan argituuf, gurri keessanillee waan dhagayuuf isin worra badhaadhe.

Gade chapit la Kopi

Kitaaba Woyyuu

16 Ijji teessan ammo waan argituuf, gurri keessanillee waan dhagayuuf isin worra eebbifame.

Gade chapit la Kopi




Wongeela Maatewos 13:16
8 Referans Kwoze  

Yesus'llee akkana ni jedheen, «Ilma Yoona'aa yaa Simoon! Ati ka eebbifamitte! Kana ka si ibsse Abbaa kiyya ka samii jiru malee, namaa miti.


Yesus'llee Toomaasiin, «Ati waan ana argiteef ni amanitte, uduu hin argin worri amanan garuu, ka galateeffaman» jedheen.


«Ifin dukkana keessaan haa ifu!» jedhee ka dubbate, Waaqinni bifa Kristositiin ka ibisu ifa ulfinna Waaqaa beeku'uu akka nuuf kennuuf, ifin isaa onnee teenna keessatti akka ifu taasise.


Ija isaanii akka isaanii banttuu fi dukkana keessaa gara ifaa titti akka isaan baafttuuf, bulchiinsa sheexanaa jalaa'llee gara Waaqaa titti akka isaan deebifttuuf si ni taasisa, isaan'llee sababa anatti amanuu isaaniitiin dhiifama cubbuu ni argatan, worra filataman jiddu'utti'llee qabiyyee ni qoodaman.


Swiv nou:

Piblisite


Piblisite