Biblia Todo Logo
Bib sou entènèt

- Piblisite -




Wongeela Maatewos 13:10 - Waadaa Haarawa

10 Kanaan duubatti barattoonni isaa gara Yesusii dhiyaatanii, «Waayee maali'iitiif ummatatti fakkeennaan dubbattaa?» jedhaniin.

Gade chapit la Kopi

WAADAA LAMMATAA

10 Achiin maayessa darasoonni gara Yesuusii dhiyaatanii, «Ati maaf mammaaka kana isaanitti mammaatte?» jedhanii gaafatan.

Gade chapit la Kopi

Kitaaba Woyyuu

10 Achiin maayessa darasoonni gara Yesuusii dhiyaatanii, «Ati maaf mammaaka kana isaanitti mammaatte?» jedhanii gaafatan.

Gade chapit la Kopi




Wongeela Maatewos 13:10
6 Referans Kwoze  

Yesus adda isaa yeroo ta'utti ni horddofaniin namoonni turanii fi barattoonni isaa kudha lamaan, waayee hiikkaa fakkeennota ni gaafataniin.


Saniin duubatti'llee wonittoota baayi'ee fakkeennaan akkana jedha'aa, isaanitti himuu jala ni qabe, «Kunoo! Qotee bulaan tokko sanyii facaasu'uuf ni baye.


Ka gurra dhagayu qabu, haa dhagayu!»


Inni'llee akkana jechu'uun isaanii ni deebise, «Isiniif waayeen dhossaa Mootummaa Sami'ii beeku'uu kennamee jira, isaaniif garuu hin kennamnneef.


Barattoonni isaa Yesusiin, «Hiikkaan fakkeenna kanaa maali'i?» jedhanii ni gaafataniin.


Swiv nou:

Piblisite


Piblisite