Biblia Todo Logo
Bib sou entènèt

- Piblisite -




Wongeela Maatewos 12:2 - Waadaa Haarawa

2 Fariisoonni kana arganii Yesusiin, «Laali! barattoonni kee guyyaa Sanbbataatiin waan hin eeyyamin ni raawwatan!» jedhaniin.

Gade chapit la Kopi

WAADAA LAMMATAA

2 Fariisoonni kana arganiiti, Yesuusiin «Kunoo, darasoonni tee guyyaa Sambataatiin waan seerri hin kennine godha'aaran» jedhaniin.

Gade chapit la Kopi

Kitaaba Woyyuu

2 Fariisonni kana arganii Yesuusiin, «Kunoo, darasoonni tee guyyaa Sambataatiin waan seerri hin kennine godha'aaran» jedhaniin.

Gade chapit la Kopi




Wongeela Maatewos 12:2
19 Referans Kwoze  

Achi'llee namicha harka naafaa tokkotu jira ture, Yesusiin waan ittiin himatan namoonni barbaadan tokko tokko, «Guyyaa Sanbbataatiin dhukkubsataa fayyisuun eeyyamamee jira ree?» jechu'uun ni gaafataniin.


Yesus'llee barsiisota seeraatii fi Fariisotaan, «Guyyaa Sanbbataatiin fayyisuun seeraan eeyyamamee jira moo? yookiin hin eeyyamamnne?» jechu'uun, isaan ni gaafate.


Gara mana isaanii'llee deebi'anii reeffaaf ka ta'an, urgoofttuu foolii mishaa qabuu fi shittoo ni qopheessan, akkaataa seeraatiin'llee guyyaa Sanbbataa boqatanii ni oolan.


Yesus'llee akkana isaaniin jedhe, «Daawiitii fi namoonni isa woliin ni jiran turan yeroo beelayanitti, waan Daawiitii raawwate gonkumaa isin hin dubbifanne moo?


Fariisonni'llee, «Kunoo, ergamittoonni kee guyyaa Sanbbataatiin, waan hin eeyyamamin waayee maali'iitiif raawwatan?» jechu'uun, ni gaafataniin.


Fariisota keessaa tokko tokko barattoota isaatiin, «Guyyaa Sanbbataatiin raawwatamuu waan hin malle, maali'iif raawwattan?» isaaniin jedhan.


Swiv nou:

Piblisite


Piblisite