Biblia Todo Logo
Bib sou entènèt

- Piblisite -




Wongeela Maatewos 12:11 - Waadaa Haarawa

11 Yesus'llee akkana isaaniin jedhe, «Isin keessaa hoolaa tokko ka qabu, hoolaan isaa Guyyaa Sanbbataatiin boolla keessatti yoo jalaa kufe, harkisee ka hin baafnneen eennu?

Gade chapit la Kopi

WAADAA LAMMATAA

11 Yesuus deebisee, «Isin keessaa namni Hoolaa tokko qabu, guyyaa Sambataatiin boollatti yoo jalaa badde ka hin baafne eennu?

Gade chapit la Kopi

Kitaaba Woyyuu

11 Yesuus deebisee, «Isin keessaa namni hoolaa tokko qabu yoo guyyaa Sambataatiin boollatti jalaa bade ka hin baafne eennu?

Gade chapit la Kopi




Wongeela Maatewos 12:11
5 Referans Kwoze  

Itti aansee'llee Yesus, «Isin keessaa guyyaa Sanbbataatiin ilmi isaa yookiin qotiyyoon isaa boolla keessatti yoo jalaa kufee, bakkumatti ka hin baafinneen eennu?» jechu'uun, isaan ni gaafate.


Yeroo sanitti Yesus Guyyaa Sanbbataatiin qonna qamadi'ii keessan ni dabrraayyu ture, barattoonni isaa'llee beelayanii waan turaniif asheeta qamadi'ii muranii sukkumanii nyaachuu jala ni qaban.


Swiv nou:

Piblisite


Piblisite