Biblia Todo Logo
Bib sou entènèt

- Piblisite -




Wongeela Maatewos 11:8 - Waadaa Haarawa

8 Akkuma kana maal laalu'uuf baatan? Uffata bareede nama uffata laalu'uuf moo? uffata bareede worri uffatan ammoo mana nugusotaa titti ni argaman.

Gade chapit la Kopi

WAADAA LAMMATAA

8 Maal laalu'uuf? nama uffata haarrii babbareedaa uffatee? Kunoo worri uffata haarrii babbareedaa uffatan mana moototaa keessa jiran.

Gade chapit la Kopi

Kitaaba Woyyuu

8 Maal laalu'uuf? nama uffata haarrii babbareedaa uffatee? Kunoo worri uffata haarrii babbareedaa uffatan mana moototaa keessa jiran.

Gade chapit la Kopi




Wongeela Maatewos 11:8
11 Referans Kwoze  

Uffanni Yohaannisii'llee rifeenissa gaalaa irraa ka hojjatame ture, hidha isaa titti'llee teepha ni hidhata ture, nyaanni isaa'llee awwaannisaa fi daamma daamu'uu ni ture.


ragaan kiyya lamaan uffata gaddaa uffatanii guyyaa kuma tokkoof dhibba lamaa fi jahaatamaa raaga akka dubbataniif, huminna isaaniif ni kenna.»


Hujiin baayi'ee fi dadhabbiin'llee natti ni jiran ture, yeroo baayi'ee hirriba dhabee jira, beelaa fi dheebuu bishaaniitiin'llee sarddamee jira, yeroo baayi'ee'llee dhabiinssi nyaataa narra gayee jira, qorraa fi daarri'llee narra gayee jira.


Amma'llee yoo ta'e haga saa'aatii kanaa titti ni beelofnna, ni dheebonna, ni daarrale'e, ni dhaanaminna, mana itti gallu'llee dhabu'uun asii fi achi ni xaarra.


Ergamoonni Yohaannisii eega deemaniin duubatti, Yesus waayee Yohaannisii akkana jechu'uun dubbachuu jala ni qabe, «Haa ta'u malee maal laalu'uuf gara gammoojji'ii baatan? Ooyyaa leemmanii ka bubbe'een sosocho'u laalu'uuf moo?


Eegaa waayee maali'iitiif baatan ree? Nabiyyii laalu'uuf moo? Ee, gonkumaa ka nabiyyii haalaan caalu laalu'uuf isiniin jedha.


Akkuma kana maal laalu'uuf baatan? Nama uffata bareede uffate laalu'uuf moo? Uffata bareede worri uffatanii fi qanani'iin worri jiraatan ammoo, mana nugusotaa titti argaman,


Swiv nou:

Piblisite


Piblisite