Biblia Todo Logo
Bib sou entènèt

- Piblisite -




Wongeela Maatewos 11:2 - Waadaa Haarawa

2 Yohaannisiin cuuphaan mana hidha'aa uduu jiru, waayee hujii Kristosii dhagayuu isaatiin barattoota lama ergee,

Gade chapit la Kopi

WAADAA LAMMATAA

2 Yohaannis cuuphaan mana hidha'aa uduu jiru hujii Kiristoosii dhagayee, darasoota keessaa lamaan ergeeti,

Gade chapit la Kopi

Kitaaba Woyyuu

2 Yohaannis cuuphaan mana hidha'aa uduu jiru hujii Kiristoosii dhagayee darasoota keessaa lamaan ergee,

Gade chapit la Kopi




Wongeela Maatewos 11:2
11 Referans Kwoze  

Heerodis haadha worraa obboleessa isaa Filiphosii Hirodiyaadaa waan fuudheef, Yohaannisiin sababa isi'iitiin qabsiisee, mana hidha'aa titti hidheenii ture.


Heerodis'llee Yohaanisiin qabssiisee mana hidha'aa titti hisiseenii jira ture, kana'llee ka raawwate haadha worraa obboleesa isaa Filiphosii ka turtte, sababa Heerodiyaada'aatiin.


Yesus hidhamuu Yohaannisii yeroo dhagayetti, gara arddii Galiila'aa ni deeme.


Yeroo sanitti, barattoonni Yohaannisii gara Yesusii dhufanii, «Nu'uu fi Fariisoonni yeroo maraa ni soominna, barattoonni kee garuu ka hin soominne maali'iif?» jechu'uun, ni gaafataniin.


Yeroo sanitti Yesus Yohaannisiin caala'aatti namoota baayi'ee barattoota isaa akka taasisuu'uu fi akka cuuphu Farisoonni ni dhagayan,


Bulchaa Galiila'aa Heerodis garuu, haadha worraa obboleessa isaa Filiphosii Heerodiyaasiin fuudhuu isaatii fi ka bira'aa'llee waan hamaa baayi'ee raawwachuu isaatiin, itti ni baanate.


Eegaa Abrahaamiin irraa haga Daawiitii titti dhaloota kudha afur, Daawiitiin irraa haga boojuu Baabiloonii titti dhaloota kudha afur, boojuu Baabiloonii irraa haga Masihii titti dhaloota kudha afur.


Namoonni tokko tokko, «Yohaannisiin Cuuphaan du'aa ka'ee jira» jedhanii, ni odeessan waan tureef, bulchaa biyya Galiila'aa ka ture Heerodis, waan Yesus raawwate maraa dhagayuu isaatiin ni naye.


Swiv nou:

Piblisite


Piblisite