Biblia Todo Logo
Bib sou entènèt

- Piblisite -




Wongeela Maatewos 11:11 - Waadaa Haarawa

11 Dhugamaan isiniin jedha, namoota dubarttoonni dayan jiddu'uu, Yohaannisii chuuphaa ka caalu hin muldhanne. Garuu Mootummaa Sami'ii titti, ka isa irra diqqa'aatutu isa caala.

Gade chapit la Kopi

WAADAA LAMMATAA

11 Dhugamaan isiniin jedha, worra dubartoota irraa dhalatan keessaa ka Yohaannis cuuphaa caalu hin argamne. Jeennata sami'ii keessatti ka maraa irraa gadiititu isa caala.

Gade chapit la Kopi

Kitaaba Woyyuu

11 Dhugamaan isiniin jedha, worra dubartoota irraa dhalatan keessaa ka Yohaannis cuuphaa caalu hin argamne. Jeennata sami'ii keessatti ka maraa irraa diqqa'aatitu isa caala.

Gade chapit la Kopi




Wongeela Maatewos 11:11
31 Referans Kwoze  

Namoota dubarttoonni dayan keessaa ka Yohaannisiin caalu eennu'llee hin jiru, Mootummaa Waaqaa titti garuu ka maraa irra diqqa'aatitu, isa caala.


Ani ka Qulqullaayomota maraa gadii yoma ta'e'llee, daangaa ka hin qabnne durummaa Krirstosii ummata Waaqa dhuga'aa hin amannetti akka dubbadhuuf, kennaa Waaqaa ka bilisaatiin carraan kun naaf ni kenname.


Yohaannis'llee, «Ka ana duubaan dhufu sun ana duranatti ni jira waan tureef ana haalaan ni caala, ka jedhee isinitti hime kunoo kana» jedha'aa, ragaa ni baye.


Kanaaf ajajoota kanniin keessaa gad aanaa ka taate takkattimaa ka diiguu fi namoonni kuunniin'llee akkuma kana akka raawwataniif naminni barsiisu, Mootummaa Sami'ii titti gad aanaa ni ta'a. Garuu ajajoota maraa ka raawwatuu fi namoonni kuunniin'llee akka raawwatan naminni barsiisu, Mootummaa Sami'ii titti hangafa ni ta'a.


Kunoo, ani gara Waaqaa titti akka deebitaniif bishaaniin isin ni cuupha, ka ana duubaan dhufu garuu Hafuura Qulqullu'uu fi ibiddaan isin ni cuupha, inni ana haalaan ni caala, ani kophee miila isaatuu baadhachu'uuf ka malee miti.


Inni'llee, «Daa'ima kana maqaa kiyyaan ka ufitti fudhatu marrinuu ana ufitti ni fudhata, ana'llee ka ufitti fudhatu marrinuu ka ana erge ufitti fudhata. Isin jiddu'uu ka isin mara irra diqqaatu, inni ka maraa caalu ni ta'a» isaaniin jedhe.


Ddhimma fayyinna kanaa waayee kennaa bilisaa ka keessan ta'uu nabiyyoonni raagan, qorannaa gad fagoo ta'ee fi qorannaa taasisanii jiran.


Waaqinni waan fooyyayaa ta'e nu'uuf karoorssee jira, kanaaf isaan nu'uun woliin malee adda isaanii titti, muda maleeyyii ta'u'uuf hin danda'an.


Ani woldaya Waaqaa ka ari'e waan ta'eef ergamittoota maraayyuu gad ka hanqadhee fi ergatamcha'llee jedhamee waamamuun ka naan hin malle.


Eegaa ufii keessan yoo wol dhabiddan tokkummaa kristaanumma'aatiin ala worra ta'anii fi namoota tuffataman duranatti, dhimma keessan attamitti dhiyeessitan?


Namoonni baayi'een gara isaa dhufanii, «Yohaannis baasa woyiituu hin taasfnne, garuu wonitti Yohaannis waayee nama kanaatiif dubbate marrinuu, dhugaa ture» jedhan.


Inni ol jechu'utu malaan, ani garuu gadi jechu'utu naan mala.»


Yohaannis akka ifa bobayuu fi ifuu ni ture, isin'llee yeroo muraasaaf ifa isaatiin gammadu'uu ni barbaaddan.


Inni'llee ana duubaan ka dhufu, ani hidhaanuma kophee isaatuu hiiku'uuf'llee ka gayee miti.»


Kana'llee ka dubbate worri isatti amanan isa irraa waayee ka fudhatanii, waayee Hafuura Qulqulluu'uu ture, Yesus'llee amma'llee gara ulfinnaa ol waan hin bayiniif, Hafuurri Qulqulluun hin kennamnneef ture.


Nu'u marri keennaa asiin durana isaan jiddu'utti fedha foon keennaatii fi yaada sammuu keennaa horddofa'aa hawwii foon keennaatiin ni jiraanna ture, akka kaanniinii'llee uumama keennaan dallansuu Waaqaa jala turre.


Kennaan bilisaa kun'llee fayyisaan keenna Yesus Kristosii dhufuu isaatiin, amma ni muldhate. Inni'llee huminna du'aa dhabamisiisee karaa wongeelaatiin duuti ka keessa hin jirre, jireenna bara baraa nu'utti ni muldhise.


Inni'llee Gooftaa duranatti hangafa ni ta'a, daadhii woyyinni'iitii fi ka bira'aa'llee dhugaatii nama macheessu hin dhugu, uduma gadaamessaa haadhaa keessa jiru Hafuura Qulqullu'uun ka guuttame ni ta'a.


Yeroo sanitti Yohaannisiin cuuphaan gammoojjii Yihuda'aa keessa lallaba'aa ni dhufe.


Inni ‹kunoo dura dura keetiin deema'aa, karaa kee ka si qopheessu ergamaa kiyya si duranatti ni erga› jedhamee, ka barreeffameef.


Bara Yohaannisii cuupha'aatii jala qabee haga adhaa titti Mootummaan Sami'ii haalaan ni dhiibamitti, worri ciminnaan woldhaanan'llee ni argataniin.»


Swiv nou:

Piblisite


Piblisite