Biblia Todo Logo
Bib sou entènèt

- Piblisite -




Wongeela Maatewos 11:1 - Waadaa Haarawa

1 Yesus ajajoota kanniin barattoota kudha lamaanii eega kenneen duubatti bakka san dhiisee, gara magaalota dhiyeennaitti argamanii, lallabu'uu fi barsiisu'uuf ni deeme.

Gade chapit la Kopi

WAADAA LAMMATAA

1 Yesuus darasoota kudha lamaan seera ufii itti kennee haga bobbaaseen maayessa, achii ka'ee gara qachoota naannaya Galiila'aa keessatti lallabu'uu fi barsiisu'uuf dhaqe.

Gade chapit la Kopi

Kitaaba Woyyuu

1 Yesuus darasoota kudha lamaan seera ufii itti kennee haga bobbaaseen maayessa achii ka'ee gara qachoota naannaya Galiila'aa keessatti lallabu'uu fi barsiisu'uuf dhaqe.

Gade chapit la Kopi




Wongeela Maatewos 11:1
19 Referans Kwoze  

«Dabalee'llee Waaqinni Yesusii Nazireetii Hafuura Qulqullu'uun akka isa dibee fi humnna'llee akka kenneef ni beekittan, Waaqinni'llee isa woliin ni jira waan tureef, inni'llee waan mishaa raawwata'aa, worra daabiloosiin qabaman maraa fayyisa'aa, asii fi achi ni dedeebi'e.


Kanaan duubatti Yesus magaala'aa fi gandootatti Mootummaa Waaqaa lallaba'aatii fi oduu gammachu'uu hima'aa ni dabrra ture, kudha lamaan'llee isaa woliin ni turan.


Yesus'llee bakka woligayii isaanii titti barsiisa'aa, wongeela Mootummaa Waaqaa'llee lallaba'aa, ummata'llee dhukkubaa fi dhibee mara irraa fayyisa'aa, magaalotaa fi gandoota mara keessa ni naannaya ture.


Isiniin woliin yeroo turretti'llee, «Hojjachu'uuf ka hin barbaanne hin nyaatin!» danbbii jedhu, isiniif kenninee ture.


Yaa obboleeyyan! Hujii maleessa ka ta'ee fi akkaataa barsiisa nu irraa isiniif dabrreetiin kristaana hin jiraanne mara irraayyuu akka foottaniif, maqaa Gooftaa Yesus Kristositiin isin ni ajajinna.


Maqaa Gooftaa Yesusiitiin qajeelfama attamii akka isiniif kennine, ni beekittan.


Waan kana ummataaf akka labissinuuf inni jiraattotaa fi du'oota irratti'llee akka murtteessuuf, Waaqaan ka ramadame ta'uu isaa akka ragaa baanuuf, nu ajajee jira.


haga guyyaa gara sami'ii ol bayee titti ka hojjate, gara sami'ii ka ol baye'llee, ergamittoota filateef ajaja isaa karaa Hafuura Qulqullu'uutiin eega isaanii kenneen duubatti.


Isin'llee waan ani isin ajaju uduu raawwattan, waaheloota kiyya.


Ani ajaja Abbaa kiyyaa akka raawwadhee fi jaalala isaatiin akka jiraadhu, isin'llee ajaja kiyya uduu raawwattanii, jaalala kiyyaan ni jiraattan.


Waan isin ajaje mara'llee akka raawwatan isaan barsiisaa! Kunoo, ani'llee haga muummee biyya lafaa titti, yeroo maraa isin woliin ni jira» isaaniin jedhe.


Yesus wonittoota kanniin dubbatee yeroo xumuretti, ummanni barsiisa isaa ni maalaliffatan.


Yesus'llee bakkeewwan woligayi'ii titti, isaan ni barsiisaa fi gammachuu dubbii Mootummaa Waaqaa'llee lallaba'aa, dhukkuba adda addaatii fi dhibe'een namoota qabaman fayyisa'aa, arddii Galiila'aa mara keessa ni naanaya ture.


Gooftaan keenna Yesus Kristos haga guyyaa itti mulidhatuu titti ajaja kana, dogoggoraa fi ashaa malee eegi.


Worri ergaman'llee achii bayanii namoonni marrinuu dhiifamaan gara Waaqaa akka deebi'aniif, ni barsiisan.


Isaan garuu, «Naminni kun Galiila'aa jala qabee haga asii titti, arddii Yihuda'aa marattuu barsiisa'aa, ummata jeequmssaaf ni kakaasa» jedha'aa, ciminnaan ni himataniin.


Swiv nou:

Piblisite


Piblisite