Wongeela Maatewos 10:8 - Waadaa Haarawa8 Dhukkubisattoota fayyisaa, worra du'an ni kaasa, waashayoota qulqulleessaa, jinniiwwan baasaa, waan bilisaan fudhattan bilisaan kennaa. Gade chapit laWAADAA LAMMATAA8 Dhibamtootallee fayyisaa'a, worra du'an kaasaa'a, worra dhibee gogaa kukkutu qaban fayyisaa'a. Jinnii baasaa'a, waan tola fudhattan tolumaan kennaa'a. Gade chapit laKitaaba Woyyuu8 Dhibamtootallee fayyisaa'a; worra du'an kaasaa'a; worra dhibee gogaa kukkutu qaban fayyisaa'a; Jinnii baasaa'a; waan tola fudhattan toluma kennaa'a. Gade chapit la |