Biblia Todo Logo
Bib sou entènèt

- Piblisite -




Wongeela Maatewos 10:13 - Waadaa Haarawa

13 manni nagaya keessaniif ka male yoo ta'e, nageenni keessan isa haa gayuun, ka hin male yoo ta'e garuu, nageenni keessan isiniif haa deebi'u.

Gade chapit la Kopi

WAADAA LAMMATAA

13 Abbaan manaa nagaya keessan yoo isinirraa fudhate, nageenni keessan isaanii haa ta'u, yoo fudhachuu baatan ammoo nageenni keessan isinii haa deebi'u.

Gade chapit la Kopi

Kitaaba Woyyuu

13 Yoo abbaan manaa nagaya keessan isin irraa fudhate nageenni keessan isaanii haa ta'u; yoo fudhachuu baatan ammo nageenni keessan isinii haa deebi'u.

Gade chapit la Kopi




Wongeela Maatewos 10:13
5 Referans Kwoze  

Naminni nagayaa jaalataan mana kana keessa yoo jiraate nageenni keessan isa irra ni bula, yoo ta'uu dhabaate ammoo, nageenni keessan gara keessan ni deebi'a.


Nu'u tokkoof foolii du'aa ka ajjeesu, ka bira'aatiif jireenna ka kennu foolii jireennaat, eegaa tajaajila kanaaf gayaa ka ta'u eennu?


Gara mana namaa yoo aseenttan nagaya gaafadhaa,


Naminni kumi'llee yoo ufitti isin fudhachuu dhabe yookiin dubbii keessan ka hin dhageenne yoo ta'e, mana san yookiin magaalaa san dhiifittanii yoo baatan, awwaara miila keessan dhadhawadhaa.


Swiv nou:

Piblisite


Piblisite