Biblia Todo Logo
Bib sou entènèt

- Piblisite -




Wongeela Maatewos 10:12 - Waadaa Haarawa

12 Gara mana namaa yoo aseenttan nagaya gaafadhaa,

Gade chapit la Kopi

WAADAA LAMMATAA

12 Yoo mana tokko seentan, nagaya isaan gaafadhaa'a.

Gade chapit la Kopi

Kitaaba Woyyuu

12 Yoo mana tokko seentan nagaya isaan gaafadhaa'a.

Gade chapit la Kopi




Wongeela Maatewos 10:12
10 Referans Kwoze  

Waaqinni namoota karaa keennaan waan waamuuf nu bakka bu'oota Kristositi, kanaaf, «Waaqaan woliin araaramaa!» jennee, maqaa Kristositiin isin ni kadhanna.


Waaqinni ummata Israa'eeliitiif dubbii isaa erguun isaa ka beekkame, Gooftaa maraa karaa Yesus Kristositiin, nagaya lallaba'aa, ka dhufeef'llee isaaniif.


Yeroo dhiyo'otti si argu'uuf abddii ni taasisa, yeroo sanitti jechaa jechaan woliin ni haasofnna.


Magaalaa keessa aseenittan yookiin gandoota aseenttantti nama barbaachisaa ta'e eennuun akka ta'e qoradhaa, bakka san'llee gad dhiiftanii haga deemittanitti isaanumaan woliin turaa.


manni nagaya keessaniif ka male yoo ta'e, nageenni keessan isa haa gayuun, ka hin male yoo ta'e garuu, nageenni keessan isiniif haa deebi'u.


Swiv nou:

Piblisite


Piblisite