Biblia Todo Logo
Bib sou entènèt

- Piblisite -




Wongeela Maatewos 10:11 - Waadaa Haarawa

11 Magaalaa keessa aseenittan yookiin gandoota aseenttantti nama barbaachisaa ta'e eennuun akka ta'e qoradhaa, bakka san'llee gad dhiiftanii haga deemittanitti isaanumaan woliin turaa.

Gade chapit la Kopi

WAADAA LAMMATAA

11 Isin gara qacha'aa yookiin ganda tokkoo hennaa seentani, haga achii baataniif mana nama isin simatee san taa'aa'a.

Gade chapit la Kopi

Kitaaba Woyyuu

11 Isin hennaa gara qacha'aa, yookaan ganda tokkoo seentan haga achii baataniif mana nama isin simatee san taa'aa'a.

Gade chapit la Kopi




Wongeela Maatewos 10:11
14 Referans Kwoze  

Bakka keessumumma'aan aseenttan marattuu, ganda san keessaa baatanii haga deemittanitti achumatti turaa.


Bakka kamittuu, «Gara mana nama tokkoo yeroo aseenittan, haga bakka san gad dhiifittanitti achuma turaa,


isi'ii fi namoonni mana isii jiran marrinuu eega cuuphamaniin duubatti, «Goofta'aatti ka amane ta'uu kiyya eega naa mirkaneessitan, gara mana kiyyaa koota'aatii taa'aa» jechuun, cimssitee isaan ni kadhatte.


Namoonni kana argan marrinuu, «Naminni kun gara mana cubbama'aa afeeramu'uuf ni aseene!» jedhanii, Yesusiin irratti ni guunguman.


Hojjatoota'aaf nyaanni ka isaa malu waan ta'eef, karaa keessaniif qaraciitii kitta'aa fi kophee, ulee'llee, hin qabatinaa.


Gara mana namaa yoo aseenttan nagaya gaafadhaa,


Swiv nou:

Piblisite


Piblisite