Biblia Todo Logo
Bib sou entènèt

- Piblisite -




Wongeela Maatewos 10:10 - Waadaa Haarawa

10 Hojjatoota'aaf nyaanni ka isaa malu waan ta'eef, karaa keessaniif qaraciitii kitta'aa fi kophee, ulee'llee, hin qabatinaa.

Gade chapit la Kopi

WAADAA LAMMATAA

10 Imala keessaniif korojoo yookiin shamisii lama yookiin kophee yookiin ulee hin qabatinaa'a. Hojjata'aaf nyaanni waan barbaachisuuf haa kennamuufii.

Gade chapit la Kopi

Kitaaba Woyyuu

10 Imala keessaniif korojoo yookaan shamisii lama, yookaan kophee yookaan ulee hin qabatinaa'a. Hojjata'aaf nyaanni waan barbaachisuuf haa kennamuufii.

Gade chapit la Kopi




Wongeela Maatewos 10:10
12 Referans Kwoze  

Inni'llee, «Uffata lama ka qabu tokko ka hin qabnneef haa kennu, ka waan nyaataa qabu'llee ka bira'aatiif haa qoodu,» isaaniin jedhe.


Yoo dhufttutti Xro'aas kaarpustti kaabbaa dhiise naaf qabiitii koottu, kitaabban'llee, keessanuu kitaabban maramaa kaldho'oo'llee naa fidi.


Magaalaa keessa aseenittan yookiin gandoota aseenttantti nama barbaachisaa ta'e eennuun akka ta'e qoradhaa, bakka san'llee gad dhiiftanii haga deemittanitti isaanumaan woliin turaa.


Karaa isaaniitiif ulee malee buddeena ta'ee qaraaciitii, qarshii'llee sabata isaanii titti akka hin qabanneef isaan ni ajaje.


Akkana'llee isaaniin ni jedhe, «Adeemissa keessaniif ka ta'u womaayyuu hin qabatinaa, ulee'llee yoo ta'e, qaraciitii'llee yoo ta'e, dhalee'llee yoo ta'e, qarshii'llee yoo ta'e, uffatuma jijjiirataa'llee yoo ta'e hin qabatinaa.


Swiv nou:

Piblisite


Piblisite