Biblia Todo Logo
Bib sou entènèt

- Piblisite -




Wongeela Maatewos 1:5 - Waadaa Haarawa

5 Salamoon Boazin dubarttii Rahaab jedhamttu irraa ni uumate, Boazin Yoobeedin Ruut dubarttii jedhamttu irraa, Yoobeed Iseyin ni uumate.

Gade chapit la Kopi

WAADAA LAMMATAA

5 Salmoon Rahaabiin irraa Bo'aaziin uumate; Bo'aaz Ruutiin irraa Iyyoobeediin uumate; Iyyoobeedillee Isseyiin uumate.

Gade chapit la Kopi

Kitaaba Woyyuu

5 Salmoon Rahaabiin irraa Bo'aaziin uumate; Bo'aaz Ruutiin irraa Iyyoobeediin uumate; Iyyoobeed Isseyiin uumate.

Gade chapit la Kopi




Wongeela Maatewos 1:5
13 Referans Kwoze  

Sagaagalittuun Rahaabiin doowattoota nagayaan waan isaan simatteef worra hin ajajaminneen woliin du'uu jalaa irraa ka hafitte, amanti'iin.


Sagagalittittiin Rahaab ergamoota worra Israa'eelii mana isi'ii titti yeroo simattettii fi karaa biraatiin'llee akka deemaniif yeroo isaan taasfttetti, isiin hujii isi'iitiin qulqullaawomttee hin turree ree?


Daawit ilma Iseyii, Isey ilma Iyyobeedii, Iyyobeed ilma Boeezii, Boeez ilma Salamoon, Salamoon ilma Na'hasonii,


Aaraamiin Aminaadaabiin, Aminaadaab Nahasooniin, Nahasoon'llee Salamooniin ni uumate,


Isey'llee nugusa Daawiitiin ni uumate. Nugufnni Daawit haadha worraa Uriiyaa ta turtte irraa Salamooniin ni uumate,


Swiv nou:

Piblisite


Piblisite