Biblia Todo Logo
Bib sou entènèt

- Piblisite -




Wongeela Maatewos 1:25 - Waadaa Haarawa

25 Haa ta'u malee, haga yeroo isiin ilma isi'ii deettee titti, isii bira hin geenne, maqaa isaa'llee Yesus jedhee ni waameen.

Gade chapit la Kopi

WAADAA LAMMATAA

25 Haga isiin ilma hangafaa deettuutti inni isii bira hin geenne. Maqaa isaallee Yesuus jedheen.

Gade chapit la Kopi

Kitaaba Woyyuu

25 Haga isiin ilma hangafaa deettutti inni isii bira hin geenne. Maqaa isaa Yesuus jedheen.

Gade chapit la Kopi




Wongeela Maatewos 1:25
10 Referans Kwoze  

Guyyaa saddeetiin duubatti naamusa daai'mnni itti gadoomu irratti, maqaan isaa «Yesus» jedhamee ni waamame. Kun'llee uduma gadaamessaa haadhaa titti hin uumaminiin duranatti, maqaa maleyikkichi isaaf baase.


Achitti'llee ilma isi'ii ka hangafaa ni deette, subbee ammataatiin'llee ni martteen, bakka bulttii keessummootaa'llee waan hin argatiniif, moonaa hori'ii bakka horiin itti nyaatan gongaa keessa, ni rafifitteen.


Isiin'llee ilma dhiiraa ni deetti, inni ummata isaa cubbuu isaanii irraa waan isaan fayyisuuf, maqaa isaa Yesus ni jettaan.»


Kun'llee sababaan ta'eef durssee worra isaan beeke ijoollee isaa akka fakkaatanii fi obboleeyyan isaa baayi'ee jiddu'utti'llee hangafa akka ta'uuf, Waaqinni durssee waan murtteesseef.


Yooseef'llee hirribaa yeroo dammaqetti, akkaataa maleyikkaan Goofta'aa isa ajajeen qaadhimaa isaa Maariyaamiin gara mana isaa ni fudhateen.


kunoo! ni ulfooftta, Ilma dhiira'llee ni deetta, maqaa isaa'llee Yesus jettaan.


Swiv nou:

Piblisite


Piblisite