Wongeela Maatewos 1:23 - Waadaa Haarawa23 «Kunoo, durbbi duudaan ni ulfooftti, ilma dhiiraa'llee ni deetti, maqaan isaa'llee ‹Amaanu'eel› jedhamee, ni waamama. Amaanu'eel jechuun'llee, Waaqinni nu'u woliin ni jira» jechu'u. Gade chapit laWAADAA LAMMATAA23 Wonti dubbatame sunillee, «Durbi duudaan hin ulfoofti; Ilmallee hin deetti; maqaan isaa, ‹Amaanu'eel› jedhamee waamama;» «Amaanu'eel» jechuun, «Rabbi nu woliin jira» jechu'u. Gade chapit laKitaaba Woyyuu23 Wonti dubbatame sun, «Durbi duudaan hin ulfoofti; Ilma deetti; maqaan isaa, ‹Amaanu'eel› jedhamee waamama;» «Amaanu'eel» jechuun, «Rabbi nu woliin jira» jechu'u. Gade chapit la |
Dhossaan amantii keennaa shakkii malee ol aana'aa, inni'llee Waaqinni, «Nama ta'ee ni muldhate, dhugaa ta'uun isaa'llee hafuuraan ni beekkame, maleyikkootatti ni muldhate, ummatoota maraaf ni lallabame, namoonni biyya lafaa irra jiran marrinuu itti ni amanan, ulfinnaan gara sami'ii ol ni deebi'e» ka jedhu.