Biblia Todo Logo
Bib sou entènèt

- Piblisite -




Wongeela Maatewos 1:2 - Waadaa Haarawa

2 Abraahaam Yisihaaqiin, Yisihaaq Yaaqoobii, ni uumate, Yaaqoob Yihuda'aa fi obboleeyyan isaa ni uumate,

Gade chapit la Kopi

WAADAA LAMMATAA

2 Abrahaam Yisaaqiin uumate. Yisihaaq Yaaqoobiin uumate. Yaaqoobillee Yihuuda'aa fi obboleeyyan Yihuuda'aa uumate.

Gade chapit la Kopi

Kitaaba Woyyuu

2 Abrahaam Yisaaqiin uumate. Yisaaq Yaaqoobiin uumate. Yaaqoob Yihuuda'aa fi obboleeyyan Yihuuda'aa uumate.

Gade chapit la Kopi




Wongeela Maatewos 1:2
27 Referans Kwoze  

Waadaa gadoomu'uu'llee ni kenneef, kanaaf Abrahaam Yisaaqiin yeroo uumate, eega dhalatee guyyaa saddeetaffaa titti ni gadoomiseen, akkuma kana Yisaaq'llee ilma isaa Yaaqoobiin ni gadoommise. Yaaqoob'llee abbootii gosaa ka ta'an, ijoollee isaa kudha lamaan ni gadoommise.»


Gosa Yihuda'aa keessaa ka chaapheffaman kuma kudha lama, gosa Robeelii keessaa kuma kudha lama, gosa Gaadii keessaa kuma kudha lama,


Saaraa'llee Waaqinni abddii kenneef amanamaa ta'uu isaa waan beekitteef, yoma umrii isi'iitiin ufi durana deemuu isi'iitiin'llee dayu'uuf ka hin danddeenne taate'llee, huminna ulfaayu'uu ka argatte amanti'iin.


Gooftaan keenna gosa Yihuda'aa keessaa ta'uun isaa ka beekkame, ta'u'llee Museen waayee qeesotaa yoo dubbatu gosa Yihuda'aa laalchisee ka dubbate, womaan tokkoo hin jiru.


Fiixaa Daawiitiitii fi Abrahaamii ka ta'e hiddi dhaloota Yesus Kristosii kana,


Yihudaan Fareesii fi Zaaraa dubarttii Ti'imaar jedhamttu irraa, Faarees Heerooniin, Heesiroon'llee Aaraminiin ni uumate,


Swiv nou:

Piblisite


Piblisite