Wongeela Maatewos 1:19 - Waadaa Haarawa19 Qaadhimaan isi'ii Yooseef'llee nama mishaa waan tureef, Maariyaamiin nama duranatti isii saaxilu'uuf hin barbaanne, kanaaf dhossa'aan isii dhiisu'uuniif ni barbaade. Gade chapit laWAADAA LAMMATAA19 Yooseefiin isii qaadhimate kun nama qajeela'a. Kanaaf isii saalfachiisuu waan hin barbaanneef, dhossa'aan isii dhiisuu yaade. Gade chapit laKitaaba Woyyuu19 Yooseefiin isii qaadhimate kun nama balchaa waan ta'eef isii saalfachiisuu waan hin barbaanneef dhossa'aan isii dhiisuu yaade. Gade chapit la |