Biblia Todo Logo
Bib sou entènèt

- Piblisite -




Wongeela Maatewos 1:12 - Waadaa Haarawa

12 Boojuu Baabilooniitiin duubatti Ekoniiyaas Salaati'eliin, Salaati'el Zarubaabeliin ni uumate,

Gade chapit la Kopi

WAADAA LAMMATAA

12 Boojjuu Babilooniitiin maayii Ikoniyaan Salaatiyaaliin uumate. Salaatiyaalillee Zarubabeeliin uumate.

Gade chapit la Kopi

Kitaaba Woyyuu

12 Boojuu Babilooniitiin maayii Ikooniyaan Salaatiyaaliin uumate. Salaatiyaal Zarubaabeeliin uumate.

Gade chapit la Kopi




Wongeela Maatewos 1:12
20 Referans Kwoze  

Yoodaan ilma Yoonaan, Yoonaan ilma Rees, Rees ilma Zarubaabel, Zarubaabel ilma Saalaatiyaal, Saalaatiyaal ilma Neerii,


Yosiyaas ummanni Israa'eelii gara biyya Baabiloonii booji'amanii bara deemanitti, Ekoniiyaanii fi obboleeyyan isaa ni uumate.


Zarubaabel Abiyuudiin, Abiiyuud Eliyaaqimiin, Eliyaaqimiin Azoriin ni uumate,


Eegaa Abrahaamiin irraa haga Daawiitii titti dhaloota kudha afur, Daawiitiin irraa haga boojuu Baabiloonii titti dhaloota kudha afur, boojuu Baabiloonii irraa haga Masihii titti dhaloota kudha afur.


Swiv nou:

Piblisite


Piblisite