Wongeela Maarqoos 7:1 - Waadaa Haarawa1 Fariisotaa fi barsiisonni seeraa worri Yerusaalemii dhufan tokko tokko, gara Yesusii dhufanii naannaya isaa titti, wol ni gayan. Gade chapit laWAADAA LAMMATAA1 Fariisonninii fi barsiisonni Seeraa worri Yeruusaalemii dhufan gari gariin Yesuusiin biratti wolgayan. Gade chapit laKitaaba Woyyuu1 Fariisonninii fi barsiisonni Seeraa worri Yerusaalemii dhufan gariin Yesuusiin biratti wol gayan. Gade chapit la |
Guyyaa tokko Yesus uduma barsiisa'aa jiru worri Farisootaatii fi barsiisonni seeraa'llee isa bira ta'anii jiran ture, isaan'llee Galiila'aatii fi gandoota Yihuda'aa maraa, akkuma kana magaalaa Yerusaalemiitii'llee ka dhufan ni jiran ture. Yesus dhukkubsatoota ka ittiin fayyisu humnniti Goofta'aa, isaan woliin ni jira ture.