Wongeela Maarqoos 4:8 - Waadaa Haarawa8 Sanyiin bira'aa lafa mishaa irratti bu'ee ni baye, biqilli isaa'llee guddatee firii ni kenne, tokko soddoma, tokko jahaatama, tokko'llee dhibba ni daraare.» Gade chapit laWAADAA LAMMATAA8 Ka biraa ammoo lafa mishaa irratti bu'ee mutee guddatee, sanyii kenne. Gariin soddoma, gariin jahaatama, gariinillee sanyii dhibba kenne.» Gade chapit laKitaaba Woyyuu8 Ka biraa ammo lafa mishaa irratti bu'ee mutee guddatee sanyii kenne. Gariin soddoma, gariin jahaatama, gariinillee sanyii dhibba kenne.» Gade chapit la |