Biblia Todo Logo
Bib sou entènèt

- Piblisite -




Wongeela Maarqoos 4:5 - Waadaa Haarawa

5 Sanyi'iin bira'aa bakka biyyeen baayi'een hin jirre lafa dhaga'aa irra ni bu'e, bakki'llee biyyee baayi'ee waan hin qabnneef, bakkumatti ni baye.

Gade chapit la Kopi

WAADAA LAMMATAA

5 Ka biraallee lafa biyyee guddaa hin qabne ka jalli isaa dhaka'aa irra bu'e; biyyeen gadi fageenna waan hin qabneef yoma san mute.

Gade chapit la Kopi

Kitaaba Woyyuu

5 Ka biraallee lafa biyyee guddaa hin qabne ka jalli isaa dhaga'aa irra bu'e; biyyeen gad fageenna waan hin qabneef yoma san mute.

Gade chapit la Kopi




Wongeela Maarqoos 4:5
11 Referans Kwoze  

Sanyiin lafa dhagaalessa irratti bu'e ka muldhisu, namoota dubbii Waaqaa dhagayanii gammachu'uun fudhataniiti, isaan garuu ka amanan yeromaaf, hidda waan hin qabnneef'llee yeroo qormaataa bakkumatti ni waakkatan.


Sanyiin bira'aa'llee lafa dhagaalessa irratti ni bu'e, yeroo bayetti'llee laftti jiidha waan hin qabnneef, biqilli ni goge.


lafa dhaga'aa irratti sanyiin facaafame ka muldhisu, waayee nama dubbii isaa dhagayee bakkumatti, gammachu'uun fudhatuuti.


facaasa'aa uduu jiru'llee sanyiin tokko karaa biratti ni bu'e, sinbirroonni'llee dhufanii ni nyaatan.


Haa ta'u malee yeroo aduun baatetti ni qaamaye, hidda gad fagaate waan hin qabnneef'llee ni goge.


Swiv nou:

Piblisite


Piblisite