Biblia Todo Logo
Bib sou entènèt

- Piblisite -




Wongeela Maarqoos 4:4 - Waadaa Haarawa

4 facaasa'aa uduu jiru'llee sanyiin tokko karaa biratti ni bu'e, sinbirroonni'llee dhufanii ni nyaatan.

Gade chapit la Kopi

WAADAA LAMMATAA

4 Hennaa faacaasullee tokko tokko daangaa kara'aa irratti bu'ee simbirroonni dhufanii nyaatan.

Gade chapit la Kopi

Kitaaba Woyyuu

4 Hennaa facaasu tokko tokko daangaa kara'aa irratti bu'ee simbirroonni dhufanii nyaatan.

Gade chapit la Kopi




Wongeela Maarqoos 4:4
8 Referans Kwoze  

sanyiin karaa biratti bu'e ka muldhisu, dubbii Mootummaa Waaqaa dhagayee waayee nama hin hubanneeti, bakkumatti sheexanni dhufee onnee isaa keessatti dubbii facaafame, irraa ni fudhata,


Dubbiin Waaqaa yeroo facaafametti'llee sanyiin karaa biratti bu'e ka muldhisu, dubbii yeroo dhagayanitti bakkumatti sheexanni dhufee dubbii onnee isaanii titti facaafame, waayee namoota irraa fudhatamuuti.


Yoo facaasutti'llee sanyiin tokko tokko karaa biratti bu'eeti, sinbirroonni dhufanii ni nyaatan.


sanyiin karaa biratti bu'e ka muldhisu, namoota yero'oof dubbii Waaqaa dhageeffatan, garuu isaan amananii akka hin fayyineef sheexanni dhufee, dubbii onnee isaanii keessaa ni fudhata.


«Qotee bulaan tokko sanyii facaasu'uuf ni baye, yoo facaasu'llee sanyiin tokko tokko karaa biratti bu'eeti ni dhiitame, sinbirroonni'llee ni nyaataniin.


«Dhagayaa! Kunoo, qotee bulaan sanyii facaasu'uuf ni baye,


Sanyi'iin bira'aa bakka biyyeen baayi'een hin jirre lafa dhaga'aa irra ni bu'e, bakki'llee biyyee baayi'ee waan hin qabnneef, bakkumatti ni baye.


Swiv nou:

Piblisite


Piblisite