Wongeela Maarqoos 4:2 - Waadaa Haarawa2 Wonittoota baayi'ee'llee fakkeennaan isaan ni barsiise, yoo isaan barsiisu'llee akkana isaaniin jedhe, Gade chapit laWAADAA LAMMATAA2 Inni waan hedduu mammaakaan barsiisa'aa ture. Hennaa barsiisullee akkana isaaniin jedhe: Gade chapit laKitaaba Woyyuu2 Inni waan hedduu mammaakaan barsiisa'aa ture. Hennaa barsiisu akkana isaaniin jedhe: Gade chapit la |
Itti aansee'llee Yesus kana fakkeennaan akkana jechu'uun isaanitti himuu jala ni qabe, «Naminni tokko biqilttuu woyinni'ii ni dhaabe, naanaya isaa'llee ni dallaye, cuunffaa woyinni'iitiif'llee ka ta'u boolla qotee ni midhaasse, eegiddoo woyinni'iitiif ka tajaajilu siree ol fagaatu ka kaabaa dhaga'aa'llee ni hojjate, kanaan duubatti bakka biqilttu'uu qotee bulttootaaf kireessee, gara biyya fago'oo ni deeme.