Biblia Todo Logo
Bib sou entènèt

- Piblisite -




Wongeela Maarqoos 4:12 - Waadaa Haarawa

12 Kun'llee ka ta'u, ‹Isaan gara Waaqaa deebi'anii, cubbuun isaanii akka isaanii hin dhiifamnneef, laaluu uduma laalan garuu onne'etti hin qabatan, dhagayuu'llee uduma dhagayan, hin hubatan› » akkuma jedhame.

Gade chapit la Kopi

Kitaaba Woyyuu

12 Sababaan, ‹Uduma laalan horoma akka hin argineef; uduma dhageeffatan horoma akka hin hubanneef, gara Rabbii deebi'anii, cubbuun isaaniillee akka isaanii hin dhiifamne.› »

Gade chapit la Kopi




Wongeela Maarqoos 4:12
18 Referans Kwoze  

Yesus'llee akkana jechu'uun isaanii ni deebise, «Isiniif waayeen dhossaa Mootummaa Waaqaa beeku'uu isiniif kennamee jira, kuunniin garuu wonitti marrinuu fakkeennan isaatti ni himama, isaan uduma laalan onne'etti hin qabanne, uduma dhagayan'llee akka hin hubanneef» jedhe.


Inni namoota wol dhaban gara laafumma'aan ka sirreessu ta'uu qaba, yookiin dhugaa akka beekaniif Waaqinni carraa dhiifamaan gara isaa deebi'u'uu isaanii ni kenna ta'a.


kana maraan duubatti amantii isaanii yoo waakkatan, isaan mataa isaaniitii Ilma Waaqaa irra deebi'anii waan isa fannisanii fi ifatti isa waan salphisaniif, isaan gara dhiifamaa titti deebi'uuf hin danda'an.


Eegaa cubbuu keessan akka isinii dhabamisiifamuuf, cubbuu keessan irraa gara Gooftaa deebi'aa.


Ija uduu qabdan hin argitan? Gurra'llee uduu qabdan hin dhageettan? Attamitti'llee hin yaadanne?


Swiv nou:

Piblisite


Piblisite