Biblia Todo Logo
Bib sou entènèt

- Piblisite -




Wongeela Maarqoos 4:1 - Waadaa Haarawa

1 Yesus deebi'ee garba ciisaa biratti barsiisuu jala ni qabe. Namoonni haalaan baayi'ee'llee gara isaa dhufanii woligayuu isaaniitiin, inni hoboloo garba ciisaa irra jirttu irra bayee ni taa'e, ummanni marri'llee daangaa garba ciisaa ni turan.

Gade chapit la Kopi

WAADAA LAMMATAA

1 Yesuus ammallee galaana Galiila'aa biratti barsiisuu jalqabe. Namoonni hedduu isa biratti waan wolitti qabamaniif inni yabala gubbaa bayee galaana irra ta'e. Baniin maruu qarqara galaanaa lafa irra turan.

Gade chapit la Kopi

Kitaaba Woyyuu

1 Yesuus ammallee yabala galaana Galiila'aa irra jirtu irra taa'ee barsiisuu jalqabe. Namoonni hedduu isa bira qarqara galaanaa turan. Baniin maruu qarqara galaanaa lafa irra turan.

Gade chapit la Kopi




Wongeela Maarqoos 4:1
9 Referans Kwoze  

Yesus'llee deebi'ee gara garba ciisaa Galiila'aa bira ni deeme, ummanni marri'llee wolgayanii gara isaa dhufaniiti, isaan ni barsiise.


Yesus barattoota isaa woliin gara garba ciisaa Galiila'aa ni deeme. Galiila'aa fi Yihuda'aa'llee namoonni baayi'een ni horddofaniin.


Baayi'nna ummataa irraa kan ka'een akka isa hin haccuu'cineef, hoboloo qopheessanii akka dhiyeessaniif, barattoota isaa ni ajaje.


Ummata irraa'llee fooyamanii hoboloo inni yaabbatee tureen, Yesusiin qabanii ni deeman, hoboloowwan kuunniin'llee woliin ni jiran ture.


Akkuma Yesus hoboloo irraa bu'een namichi hafuura hama'aan qabame tokko bakkumatti bakka awwaalaatii bayee, gara Yesusii ni dhufe.


Yesus hobolo'oon gara garba ciisa'aan gamaa deebi'ee yeroo deemetti, namoonni baayi'een gara isaa wol ni gayan, yeroo sanitti inni garba ciisaa bira ni ture.


Swiv nou:

Piblisite


Piblisite