Biblia Todo Logo
Bib sou entènèt

- Piblisite -




Wongeela Maarqoos 3:1 - Waadaa Haarawa

1 Yesus'llee deebi'ee gara bakka woligayii isaanii ni aseene, achi'llee nama harki isaa naafaa tokkotu jira ture.

Gade chapit la Kopi

WAADAA LAMMATAA

1 Yesuus hennaa biraa gara mana sagada Yihuudotaa seene; namichi harki isaa naafate tokko achi ture.

Gade chapit la Kopi

Kitaaba Woyyuu

1 Yesuus hennaa biraa gara mana sagada Yihuudotaa seene; achi namicha harki isaa naafate tokkotu ture.

Gade chapit la Kopi




Wongeela Maarqoos 3:1
7 Referans Kwoze  

Bira dabrranii'llee gara magaalaa Qifirnaahoomii ni gayan, bakkumatti Sanbbata itti aanee jirutti Yesus gara bakka wolgayii isaanii aseenee, barsiisuu jala ni qabe.


[Dhukkubsattoonni haalaan baayi'een, jaamonni, hokkolttoonnii fi naafonni, xurree keessa dabrran irra ciisanii jiran turan. Achitti'llee socho'uu bishaanichaa ni eeggatan turan,


Kanaaf bakka woligayii isaanii titti barsiisa'aatii fi jinniiwwan'llee baasa'aa, Galiilaa mara keessa ni naanaya ture.


Akkuma kana Ilmi Namaa Sanbbataaf'llee, Goofta'a» jedhe.


Swiv nou:

Piblisite


Piblisite