Biblia Todo Logo
Bib sou entènèt

- Piblisite -




Wongeela Maarqoos 2:4 - Waadaa Haarawa

4 Baay'inna ummataa irraa ka ka'een'llee namicha naaftticha gara Yesusii dhiyeessu'uuf dadhabinnaan, gara Yesus jiruun baaxii manaa diiganii, naafayaa siree isaa woliin gad ni buusaniin.

Gade chapit la Kopi

WAADAA LAMMATAA

4 Sababaa namni baay'ateef, gara isaa dhiyeessuu waan dadhabaniif, kolba Yesuus jiruun ginnoo manaa saaqanii siree namichi laamshayaan irra ciiseeru woliin gad buusan.

Gade chapit la Kopi

Kitaaba Woyyuu

4 Sababaa namni baay'ateef gara isaa dhiyeessuu waan dadhabaniif kolba Yesuus jiruun ginnoo manaa saaqanii siree namichi laamshayaan irra ciiseeru woliin gad buusan.

Gade chapit la Kopi




Wongeela Maarqoos 2:4
3 Referans Kwoze  

garuu baayi'inna ummataa irraa kan ka'een namicha naafayaa gara manaa aseensisuu ni dadhaban, kanaaf gara baaxii manaa irra qabataniinii ni bayan, baaxii manaa'llee bananii jiddu'uun gad buusanii, namicha naafayaa siree isaa woliin Yesusiin durana ni kaayaniin.


Maqaan isaa'llee biyya Soriya'aa mara keessatti waan dhagayameef, namoonni worra dhukkubaa fi dhibee adda addaatiin makkaraaran, worra hafuuronni battiiwwan irra bulan, dhukkuba gaggabdo'oo worra qabanii fi naafota mara'llee gara isaa ni fidan, inni'llee isaan ni fayyise.


Swiv nou:

Piblisite


Piblisite