Wongeela Maarqoos 2:2 - Waadaa Haarawa2 Manni ka hin geenne ta'ee alli'llee haga dhiphatutti, namoonni baayi'een wol ni gayan, dubbii Waaqaa'llee isaan ni barsiisa ture. Gade chapit laWAADAA LAMMATAA2 Afoon balbala manaa haga isaanitti dhiphatutti namoonni hedduu wolitti qabamanii dubbii Rabbiillee isaanitti lallabe. Gade chapit laKitaaba Woyyuu2 Afoon balbala manaa haga isaanitti dhiphatutti namoonni hedduu wolitti qabamanii Inni dubbii Rabbii isaanitti lallabe. Gade chapit la |
Yeroo sanitti namoonni kuma baayi'e'etti lakkaayaman wol ni gayan, baayi'inna isaanii irraa'llee ka ka'een ufii isaaniitii wol hacuuca'aa wol dhidhiitan ture, Yesus'llee durssee barattoota isaatiin akkana jechuu jala ni qabe, «Shiishaa worra Farisotaa jechu'uun'llee, fakkeessitummaa isaanii irraa ufi eeggadhaa jechu'u.
Guyyaa tokko Yesus uduma barsiisa'aa jiru worri Farisootaatii fi barsiisonni seeraa'llee isa bira ta'anii jiran ture, isaan'llee Galiila'aatii fi gandoota Yihuda'aa maraa, akkuma kana magaalaa Yerusaalemiitii'llee ka dhufan ni jiran ture. Yesus dhukkubsatoota ka ittiin fayyisu humnniti Goofta'aa, isaan woliin ni jira ture.