Wongeela Maarqoos 2:10 - Waadaa Haarawa10 Garuu Ilmi Namaa arddii irratti cubbuu dhiifama taasisu'uuf, aangoo ka qabu ta'uu isaa akka beekittaniif» jedhee, naafttichaan, Gade chapit laWAADAA LAMMATAA10 Haata'uu ammoo, Ani Ilmi Namaa ardii irratti dhiifamsa cubbuu godhu'uuf baallii akka qabu akka beettan» jedhee, namicha laamshaya'aanillee, Gade chapit laKitaaba Woyyuu10 Ani Ilmi Namaa akka ardii irratti dhiifamsa cubbu'uu godhu'uuf baallii qabu akka beettan» jedhee namicha laamshaya'aan, Gade chapit la |