Biblia Todo Logo
Bib sou entènèt

- Piblisite -




Wongeela Maarqoos 2:1 - Waadaa Haarawa

1 Guyyaa muraasaan duubatti Yesus gara Qifirnaahoomii deebi'ee ni dhufe, achitti'llee mana keessa jiraachuun isaa ni dhagayame.

Gade chapit la Kopi

WAADAA LAMMATAA

1 Guyyaa haggo'oon maayii Yesuus gara Qifirnaahoomii dhufee akka mana jiru dhagayame.

Gade chapit la Kopi

Kitaaba Woyyuu

1 Guyyaa hago'oon maayii Yesuus gara Qifirnaahoomii dhufee akka mana jiru dhagayame.

Gade chapit la Kopi




Wongeela Maarqoos 2:1
13 Referans Kwoze  

Inni'llee Yesus arddii Yihuda'aatii gara Galiila'aa dhufuu isaa dhagayee gara isaa ni dhaqe, gara Qifirnaahoomii akka bu'uu fi haalaan dhukkubsatee du'u'uuf ka dhiyaate ilma isaa akka fayyisuuf, Yesusiin ni kadhateen.


Yesus achii ka'ee magaalaa Xiiroosii bira gara ganda jiru ni deeme, gara mana tokkoo'llee aseenee achi jiraachuu isaa eennu'llee akka hin beekinneef ni barbaade, haa ta'u malee dhokachu'uuf hin dandeenne.


Kunoo, namoonni namicha naafayaa tokko sire'een baadhatan gara Yesusii ni dhufan, gara mana Yesus jiruu'llee aseensisanii isa durana kaayuuf'llee, barbaadanii turan,


«Haa ta'u malee namichi achii bayee, waan kana maraa nama marattuu odeessuu jala ni qabe. Waayee kanaan'llee Yesus gara magaalaa kamiituu, ifatti aseenu'uuf hin dandeenne. Garuu magaala'aan alatti bakka naminni hin jirre ni jiraata ture. Ta'u'llee namoonni bakka maraa gara isaa ni dhufan ture.»


Kanaan duubatti Yesus hoboloo yaabachu'uun garba ciisa'aan ce'ee, gara magaalaa mataa isaa ni dhufe.


Qooniqqa kana'llee yeroo dhagayanitti namoonni baayi'een wol ni gayan, afaan isaaniitiin'llee wolitti yoo dubbatan waan isaan dhagayaniif, ni dinqisiifatan.


Magaalaa Naazireetii'llee dhiisee, konyaa Zaabiloonii fi Niftaalemiitiin, garba ciisaa Galiila'aa biratti gara ka argamittuu gara magaalaa Qifirnaahoomii dhufee, ni jiraate.


Manni ka hin geenne ta'ee alli'llee haga dhiphatutti, namoonni baayi'een wol ni gayan, dubbii Waaqaa'llee isaan ni barsiisa ture.


Kanaan duubatti'llee Yesus gara manaa ni aseene. Yesusii fi barattoonni isaa nyaatuma'llee nyaachuu haga dadhabanitti, deebi'ee namoonni baayi'een wol ni gayan.


Yesus ummata dhiisee gara manaa yeroo aseenetti, barattoonni isaa waayee fakkeennaa ni gaafataniin.


Yesus'llee gara manaa yeroo aseenetti barattoonni isaa, «Haa ta'u malee hafuura battii kana nu'u waayee maali'iitiif baasuunii dadhabinne?» jedhanii, addatti ni gaafataniin.


Yesus akkana isaaniin ni jedhe, « ‹Ati ogeessa fayya'aa nana, mee mataa kee fayyisi› fakkeenna jedhu, akka naaf tuxxan sirri'itti beeka, akkuma kana, ‹Qifrnaahoomtti raawwattee jirta yoo jedhan ka dhageenne mara biyya keetitti raawwadhu!› naan ni jettan.


Swiv nou:

Piblisite


Piblisite