Biblia Todo Logo
Bib sou entènèt

- Piblisite -




Wongeela Maarqoos 12:3 - Waadaa Haarawa

3 Qotee bulttoonni garuu tajaajilaa isaa qabanii eega dhaananiiniin duubatti, harka isaa duwwaa ni deebisaniin.

Gade chapit la Kopi

WAADAA LAMMATAA

3 Isaanillee hojjataa san qabanii tumanii duwwaa deebisanii ari'an.

Gade chapit la Kopi

Kitaaba Woyyuu

3 Isaanillee hojjataa san qabanii tumanii duwwaa deebisanii ari'an.

Gade chapit la Kopi




Wongeela Maarqoos 12:3
29 Referans Kwoze  

Yihudonni Gooftaa Yesusii fi nabiyyoota ka ajjeessan, nu'llee ari'anii worra biyyaa baasan, isaan worra Waaqa gaddisiisanii fi namoota mara'llee worra jibban,


Nabiyyoota keessan abbootiin keessaan ka hin ari'atin eennutu jira? Isaan dhufaatii qulqullaayomichaa durssanii ka dubbatan ni ajjeesaniin, isin'llee dhufaatii qulqullaayomicha kana dabarssitanii kennu'uun, ni ajjeesifttaniin.


achiin duubatti'llee dubarttiin nama biyya Kana'aanii taate takka gara Yesusii dhufittee, «Ilma Daawiitii yaa Gooftaa! Mucattiin tiyya hafuura batti'iin qabamttee makkaraara'aa jirttiitii yabo'oo naaf nayi!» jedha'aa iyyite.


Firiin'llee yeroo gayetti'llee, firii woyinni'ii irraa akka isaa fiduuf tajaajilaa isaa gara qotee bulttootaa ni erge.


Deebi'ee'llee abbaan qabeennaa tajaajilaa bira'aa ni erge, qonnaan bulttoonni tajaajilaa kana'llee dhaga'aan burussan, salphisaniinii, ni deebisaniin.


Swiv nou:

Piblisite


Piblisite