Biblia Todo Logo
Bib sou entènèt

- Piblisite -




Wongeela Maarqoos 12:2 - Waadaa Haarawa

2 Firiin'llee yeroo gayetti'llee, firii woyinni'ii irraa akka isaa fiduuf tajaajilaa isaa gara qotee bulttootaa ni erge.

Gade chapit la Kopi

WAADAA LAMMATAA

2 Hennaan munni woyini'ii gayu geennaan, midhaan akka fiduuf hojjataa tokko gara qonnaan bultoota ufii erge.

Gade chapit la Kopi

Kitaaba Woyyuu

2 Hennaan munni woyini'ii gayu geennaan midhaan akka fiduuf hojjataa tokko gara qonnaan bultoota ufii erge.

Gade chapit la Kopi




Wongeela Maarqoos 12:2
18 Referans Kwoze  

Waaqinni baroota duraanii titti karaa adda addaatiin, karaa nabiyyootaatiin abbootii teennatti yeroo baayi'ee dubbatee jira ture,


Yeroo woyinniin daraaretti'llee abbaan biqilttu'uu firii woyinni'ii gayee isaa akka isaa fuudhuuf, tajaajilaa tokko gara qotee bulttootaa ni erge, qotee bulttoonni garuu tajaajilaa isaa dhaananii harka isaa duwwaa ni deebisaniin.


Garuu fedhii Gooftaa isaa beekuu dhabu'uun, waan adabsiisu raawwatee yoo argame, adabbiin ni salphataaf, nama baayi'een kennameef irraa baayi'een isa irraa ni barbaadama, yaboon baayi'een nama itti kenname irraa'llee, wonitti baayi'een ni eegama.»


Ji'a calla'aa gayetti gayee isaa akka isaa fuudhaniif, tajaajilttoota isaa gara qotee bulttootaa ni erge.


Itti aansee'llee Yesus kana fakkeennaan akkana jechu'uun isaanitti himuu jala ni qabe, «Naminni tokko biqilttuu woyinni'ii ni dhaabe, naanaya isaa'llee ni dallaye, cuunffaa woyinni'iitiif'llee ka ta'u boolla qotee ni midhaasse, eegiddoo woyinni'iitiif ka tajaajilu siree ol fagaatu ka kaabaa dhaga'aa'llee ni hojjate, kanaan duubatti bakka biqilttu'uu qotee bulttootaaf kireessee, gara biyya fago'oo ni deeme.


Qotee bulttoonni garuu tajaajilaa isaa qabanii eega dhaananiiniin duubatti, harka isaa duwwaa ni deebisaniin.


Swiv nou:

Piblisite


Piblisite