Wongeela Maarqoos 10:1 - Waadaa Haarawa1 Yesus achii ka'ee, laga Yoordaanosii gara dhiyaatiin dabrree, gara arddii Yihuda'aa ni deeme. Namoonni haalaan baayi'ee'llee deebi'anii gara isaa wol ni gayan, inni'llee akkuma aadaa isaa titti isaan ni barsiisa ture. Gade chapit laWAADAA LAMMATAA1 Yesuus bakka sanii ka'ee gara biyya Yihuudaatii fi laga Yordaanosi gama dhaqe. Ammallee gumiin guddaan gara isaa dachaanaan, inni akkuma amala ufii isaan barsiise. Gade chapit laKitaaba Woyyuu1 Yesuus bakka sanii ka'ee gara biyya Yihuuda'aatii fi laga Yoordaanos gama dhaqe. Ammallee gumiin guddaan gara isaa dachaanaan inni akkuma amala ufii isaan barsiise. Gade chapit la |
Guyyaa sanbbataatiin bakka woligayii isaanii titti barsiisuu jala ni qabe, namoonni baay'een'llee achitti argamanii ni dhageeffataniin turan, isaan'llee, «Naminni kun waan kana mara eessaa argate? ogummaa attamiititu isaaf kennamee jira? Wonittoota baasotaa kanniin hoo ka raawwatu attamitti?» jedha'aa, ni maalaliffatan ture.