Biblia Todo Logo
Bib sou entènèt

- Piblisite -




Wongeela Maarqoos 1:9 - Waadaa Haarawa

9 Yeroo saniin duubatti Yesus magaalaa Naazireetiitii ta kutaa biyya Galiila'aa titti argamttu bayee, laga Yoordaanosii titti harka Yohaannisii titti ni cuuphame.

Gade chapit la Kopi

WAADAA LAMMATAA

9 Hennaa san, Yesuus biyya Galiila'aatii gara qachaa Naazireetii dhufee harka Yohaannisiitiin laga Yordaanosiititti cuuphame.

Gade chapit la Kopi

Kitaaba Woyyuu

9 Hennaa san Yesuus biyya Galiila'aatii gara qachaa Naazireetii dhufee harka Yohaannisiitiin laga Yoordaanosiititti cuuphame.

Gade chapit la Kopi




Wongeela Maarqoos 1:9
7 Referans Kwoze  

«Naaziraawicha ni jedhama» jedhamee nabiyyootaan ka dubbatame, akka raawwatamuuf, gara magaalaa Naazireet jedhamttuu dhufee, ni jiraate.


Ani bishaaniin isin ni cuupha, inni garuu Hafuura Qulqullu'uun isin ni cuupha.»


Bakkumatti Yesus bishaan keessaa akkuma bayeen, samiin yoo banamuu fi Hafuurri Qulqulluun fakkeenna bifa handari'iitiin, isa irratti yoo bu'u ni arge.


Kanaan duubatti'llee Yesus isaan woliin gara Naazireetii ni deeme, isaanii'llee ni ajajama ture, haati'llee waan kana maraa onnee isi'ii titti, ni qabatti ture.


akkuma kana cuuphaa Yohaannisiitii jala qabee, haga guyyaa Gooftaan Yesus gara samii ol deebi'ee titti, namoota woliin turan kanniin keessaa tokko, nu'u woliin ragaa du'aa ka'iinssaa isaa akka ta'u, ni barbaachisa.


Swiv nou:

Piblisite


Piblisite