Biblia Todo Logo
Bib sou entènèt

- Piblisite -




Wongeela Maarqoos 1:4 - Waadaa Haarawa

4 Kanaaf Yohaannisiin Cuuphaan, «Dhiifama cubbu'uu akka argattaniif, gara Waaqaa deebi'aa cuuphamaa!» jechu'uun, gammoojjii keessa lallaba'aa ni dhufe.

Gade chapit la Kopi

WAADAA LAMMATAA

4 Yohaannisiin cuuphaan lafa udume'ee keessatti, «Aagii gala'aatii cuuphamaa'a! Rabbillee cubbuu keessan isinii dhiisa» jedha'aa lallaba'aa dhufe.

Gade chapit la Kopi

Kitaaba Woyyuu

4 Yohaannisiin cuuphaan lafa udume'ee keessatti, «Aagii gala'aatii cuuphamaa'a! Rabbillee cubbuu keessan isinii dhiisaa» jedha'aa lallaba'aa dhufe.

Gade chapit la Kopi




Wongeela Maarqoos 1:4
11 Referans Kwoze  

Yeroma sanitti Yohaannis bakka bishaan baayi'een ni jira ture dhiyeenna Saalemii titti bakka Enon jedhamttutti ni cuuphaa ture, namoonni'llee dhufa'aa ni cuuphaman turan.


Cubbuu isaanii himata'aa, laga Yoordaanosii, harka Yohaannisii titti ni cuuphaman turan.


Gooftaan'llee cubbuu isaaniitiif dhiifama taasisu'uun, beekkomissa fayyinnaa isaanii ni kenna.


Eegaa amma maal eegidda? ka'iitii maqaa isaa waamu'uun cuuphami, cubbuu kee irraa'llee miicadhu.


Yohaannis waayee cuupha'aa yeroo lallabee jala qabee, Galiila'aa kaasee haga arddii Yihuda'aa marattuu, waan ta'e ni beekittan.


Kunoo, ani gara Waaqaa titti akka deebitaniif bishaaniin isin ni cuupha, ka ana duubaan dhufu garuu Hafuura Qulqullu'uu fi ibiddaan isin ni cuupha, inni ana haalaan ni caala, ani kophee miila isaatuu baadhachu'uuf ka malee miti.


Arddii Yihuda'aatii fi magaalaa Yerusaalemiitii'llee namoonni baayi'een gara isaa ni dhufan ture, cubbuu isaanii'llee himata'aa Laga Yoordaanosii titti, harka isaatiin ni cuuphaman ture.


Swiv nou:

Piblisite


Piblisite