Biblia Todo Logo
Bib sou entènèt

- Piblisite -




Wongeela Maarqoos 1:3 - Waadaa Haarawa

3 Kun'llee, ‹karaa Goofta'aa qopheessaa, xurree'llee sirreessaa!› jedha'aa, bakka gammoojji'ii titti qoonqqa ol fudhatee nama dubbatu» jedhamee, akkuma barreeffame.

Gade chapit la Kopi

WAADAA LAMMATAA

3 Lafa udume'ee keessatti, ‹Karaa Goofta'aallee qopheessaa'a. Daandii inni irra deemullee qajeelchaa jedha'aa laagaa namicha iyyu tokkoo› » jedhamee akkuma barreeffame.

Gade chapit la Kopi

Kitaaba Woyyuu

3 Lafa udume'ee keessatti, ‹Karaa Goofta'aa qopheessaa'a. Daandii inni irra deemullee qajeelchaa'a› jedha'aa laagaa namicha iyyu tokkoo» jedhamee akkuma barreeffame.

Gade chapit la Kopi




Wongeela Maarqoos 1:3
8 Referans Kwoze  

« ‹Karaa Goofta'aa qopheessaa, xurree'llee qajeelchaa!› Jedha'aa qooniqqa nama gammoojji'itti iyyuuti» jedhee nabiyyichi Isaayaas ka dubbate, waayee Yohaannisiiti ture.


Yohaannis'llee, «Ka ana duubaan dhufu sun ana duranatti ni jira waan tureef ana haalaan ni caala, ka jedhee isinitti hime kunoo kana» jedha'aa, ragaa ni baye.


Yeroo sanitti Yohaannisiin cuuphaan gammoojjii Yihuda'aa keessa lallaba'aa ni dhufe.


Haanna'aa fi Qayyaafaan'llee qeesota Ol Aanttota ni turan, yeroo sanitti ilmi Zakaariyaasii Yohaannis gammoojjii uduu jiru, dubbiin Waaqaa gara isaa ni dhufe.


Swiv nou:

Piblisite


Piblisite