Biblia Todo Logo
Bib sou entènèt

- Piblisite -




Wongeela Luqaas 8:1 - Waadaa Haarawa

1 Kanaan duubatti Yesus magaala'aa fi gandootatti Mootummaa Waaqaa lallaba'aatii fi oduu gammachu'uu hima'aa ni dabrra ture, kudha lamaan'llee isaa woliin ni turan.

Gade chapit la Kopi

WAADAA LAMMATAA

1 Achiin maayessa waan jeennata Rabbii lallaba'aa oduu gammachu'uu waan jeennata Rabbii hima'aa gandootaa fi qachaa keessa lufa'aa ture.

Gade chapit la Kopi

Kitaaba Woyyuu

1 Achiin maayessa waan jeennata Rabbii lallaba'aa, Dubbii gammachu'uu waan jeennata Rabbii hima'aa, gandootaa fi qachaa keessa lufa'aa ture.

Gade chapit la Kopi




Wongeela Luqaas 8:1
18 Referans Kwoze  

Yesus'llee bakkeewwan woligayi'ii titti, isaan ni barsiisaa fi gammachuu dubbii Mootummaa Waaqaa'llee lallaba'aa, dhukkuba adda addaatii fi dhibe'een namoota qabaman fayyisa'aa, arddii Galiila'aa mara keessa ni naanaya ture.


Barsiisonni yoo hin ergamin hoo attamitti dubbii isaa barsiisu'uuf danda'an ree? Kun'llee, «Lallabddoonni oduu Gammachu'uu dhufuun isaanii, attam nama gammachiisaa!» jedhamee akkuma barreeffame.


Nu'llee isiniif qabnnee ka dhufinne, Waaqinni abbootii keennaaf abddi'iin ka kenne, dubbii Gammachu'uuti.


«Dabalee'llee Waaqinni Yesusii Nazireetii Hafuura Qulqullu'uun akka isa dibee fi humnna'llee akka kenneef ni beekittan, Waaqinni'llee isa woliin ni jira waan tureef, inni'llee waan mishaa raawwata'aa, worra daabiloosiin qabaman maraa fayyisa'aa, asii fi achi ni dedeebi'e.


«Hafuurri Goofta'aa ana irra ni jira, oduu mishaa hiyyeesota titti akka lallabu, ana muudee jira, worra hidhamaniif hiikkamuu, worra jaamaniif arggiinssa, akka labissuu fi worra sarddaman'llee bilisa akka baasuuf ana ergee jira,


Kanaaf bakka woligayii isaanii titti barsiisa'aatii fi jinniiwwan'llee baasa'aa, Galiilaa mara keessa ni naanaya ture.


sanyiin karaa biratti bu'e ka muldhisu, dubbii Mootummaa Waaqaa dhagayee waayee nama hin hubanneeti, bakkumatti sheexanni dhufee onnee isaa keessatti dubbii facaafame, irraa ni fudhata,


Yesus ajajoota kanniin barattoota kudha lamaanii eega kenneen duubatti bakka san dhiisee, gara magaalota dhiyeennaitti argamanii, lallabu'uu fi barsiisu'uuf ni deeme.


Yesus'llee bakka woligayii isaanii titti barsiisa'aa, wongeela Mootummaa Waaqaa'llee lallaba'aa, ummata'llee dhukkubaa fi dhibee mara irraa fayyisa'aa, magaalotaa fi gandoota mara keessa ni naannaya ture.


Daai'mnni'llee guddate, hafuuran'llee ni jabaate, haga yeroo ummata Israa'eelii titti muldhatee titti'llee, gammoojjii ni jiraate.


Kanaaf ergamittoonni achii bayanii wongeela barsiisa'aatii fi dhukkubisatoota fayyisa'aa, gandoota mara keessaan ni dabrran ture.


Guyyaa tokko Yesus Mana Waaqeffanna'aa titti argamee, ummata ni barsiisaa fi wongeela'llee ni lallaba yeroo turetti, itti gaafatamoonni qeesotaatii fi barsiisonni seeraa, jaarsotiin'llee gara isaa ni dhufan,


Swiv nou:

Piblisite


Piblisite